Oromia Education Bureau Borana Vacancy

The Oromia Education Bureau invites qualified applicants for the various positions. Oromia Education Bureau Borana is invites job seekers for appointment. 

Waajjirrii Barnoota Godina Booranaa Imaammata Barnootaa fi leenjii bu’uureffachuudhaan barnoota qulqullinni, walgitiinsii fi ga’umsi isaa mirkanaa’e kennuun lammii amala gaarii, dandeettii fi gahumsa qabu horachuu irraatti xiyyeeffate hojjataa jira.

Kaayyoo kana galmaan gahuuf jecha bara 2010ttis haala qabatamaa jiru irratti hundaa’uun ummata naannoo keenyaa fayyadamaa barnootaa gochuudhaaf karoora hojii hawaasa hirmaachise qopheeffachuun hojii keessa galee jira.

The interested applicants can apply  before the closing date of application. For more information please read the full article.

Quick Details of Oromia Education Bureau Borana

  • Hiring Organization: Oromia Education Bureau Borana
  • Shortly Known as: OEBB
  • Organization Type: Government Education
  • Organization Size: 500-2000 employees
  • Headquarters: oromia, Boran , Yabalo
  • Official Website: N/B

Join Our Telegram if You not Joined it Already

Join us on Telegram: https://t.me/ethioworks1

Stay in Touch & Follow us on our Social Media Platforms to Get Latest Updates for Latest Opportunities. Facebook Page

The interested applicants can apply before the closing date of application. For more information please read the full article.

NB: Whenever you are looking for job in Ethiopia, just remember www.ethioworks.com We hope that ethioworks.com will help you find your dream job quickly and easily.

Job Vacancy Summary       

Waajjirii Barnoota Godina Booranaa Hanqinna Barsiisotaa Aanaalee irrattiMudateen walqabatee Gosa Barumsaa armaan gadii irratti qaxaree hojjachusuu barbaada

1: Afaan Englifaa

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Dgree,
  • Baay’ina:- 14
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

2:- Afaan Amaaraa

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 12
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

3:- Heerrega/Maths

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 13
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

4:- Keemistrii

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 4
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

5:- Seenaa

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 8
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

6:- BLAG

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 5
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

7: Jiogiraafii

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 8
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

8:- Fiiziksii

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 7
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

9:- IT

  • Sadarkkaa Barumssaa:- Diggrii
  • Baay’ina:- 4
  • Tajaajila:- 0 year  experience
  • iddoo Hojji:- Aanaalee 13 Godina Booranaa

Source:- https://bit.ly/31w5GeN

How To Apply?

Ulaagaa Barbachisu

  • Ragaa Barumsaa : Tiraanskiriptii Kutaa 9-10 ykn 9 hanga 12 kardii Ministrii kutaa saddeetii((8) Ragaa sartifikeettii yunivarsiitii ykn koolleejjii orjinaalaa fi koppii
  • ragaa hojii dhabdummaa orjinaalaa fi koppi

Iddoon Galmee:Waajjira Barnootaa Godina Booranaa Adeemsa Misooma Barsiisotaati Guyyaa Beeksisnii Kun Gazzixxaa www.Harmeejobs.com irrattii bahe irraa Jalqabee kan Gaggeeffamu ta’uu isaani ibsina.

Hubachiisa : Namoottan Yuunvestii dhuunfaa irra eebbifaman hi ilaallatu

Leave a Comment