Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa-Supreme Court of Oromia Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa qaama abbaa seerummaa isa ol’aanaa Mootummaa Naannichaa ti.
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa namoota ulaagalee barbaadamu guutan gita hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa irratti qacaree leenjii hojiin duraa ji’oota 12’f turuu fi ILQSO’n kennamu akka fudhatan erga taasisee booda hojiitti ramaduu barbaada.
Baay’inni barbaadamu 100 yoo ta’u ulaagaleen galmaa’uuf barbaachisanii fi haalli galmee Chaanala Telegiraamii keenya irratti maxxanfamee jira.
Interested applicants should submit their application within 10 working days starting from this announcement
See Below image⇓
Join Our Telegram if You not Joined it Already
Join us on Telegram ስራዎችን በቴሌግራም ለመከታተል ይህንን ይጫኑ
Stay in Touch & Follow us on our Social Media Platforms to Get Latest Updates for Latest Opportunities. Facebook Page
The interested applicants can apply before the closing date of application. For more information please read the full article.
NB: Whenever you are looking for job in Ethiopia, just remember www.ethioworks.com We hope that ethioworks.com will help you find your dream job quickly and easily.
Recently the organization has published an employment notification in Addis Zemen regarding the currently vacant post on various posts. Therefore, interested Ethiopia Govt job seekers must apply before the closing date.